110.Divine Support

  1. Yeroo tumsi Rabbiitiifi banamiinsi (Makkaa) dhufe
  2. Namootas garee gareedhaan diinii Rabbii keessa kan seenan argite
  3. Gooftaa kee faarsuu wajjin qulqulleessi; araaramas Isa irra barbaadInni akkaan tawbaa qeebalaadha