103.The Declining Day, Epoch

  1. Yeroonin kakadha
  2. Dhugumatti, namni hunduu hoongoo keessa jira
  3. Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru)